Zechariah 7:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
garaa ufii aka d'akha jabeesite. Waan worri barsiisa anini duri raagootaani erge ch'aqasu dideefi, anini guddo worrati dallane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan garaa ufii akka dhagaa qarsa'aatitti jabeeffatan; seera ani Waandhi banii maraa raattota duriitii Hafuura kiyyaan isaanii kenne maraa morkatanii dhagawuu didan; kanaafuu ani Waandhi banii maraa dheekkamsa kiyya jabaa isaanitti buuse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan seeraa fi jecha Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dade ayyaana ifiitiin karaa raagota duriitiin erge akka hin dhageenneef gadhaa ifii akka cabbi'ii jabeessane. Tanaaf mufiin guddoon Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dadee isaan irratti dhutte.