Zechariah 7:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka bubbe anini worra fuud'e lafa nyaapati firfirse. Akanaani lafti worraa dansaani tunini onte badde nama d'abde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akka haboonbolatti'ii haree isaan fuudhee biyya ormaa ka isaan hin beenne keessa akka jiraatan isaan taasisa; biyyi michuun tun ona eennullee keessa hin jiraanne taatee hafte; biyyi bareedduun sunillee ona taate» jedhee itti dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa biyyaa adda addaa ta hin beenne keessa akka le'anu, akka bubbe'ee isaan bittinneesse. Latti dansaan isaan keessaa bayane sun ona teete; nami tokkolle achi keessa hin le'u; ittille hin galu. Akka kanaan latti sun onte.