Zechariah 7:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Betheli qara Sharezafi Regemmelekifi jara isaanile ya Mana AABBO Waaqa Guddati erge, aka eeba AABBO Waaqa kad'atani
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Beeteeliin keessa jiraatan Saari'etseenii fi Reegemeelekiin namoota isaan woliin jiran woliin gara mana woyyummaa Rabbii isaan ergan; wonti isaan erganiifillee akka eebbi Rabbii bu'u akka kadhataniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Bet'elii, worra Shaarezeriitii fi Regiimelekinii namoota isaanii woliin gara Galma Mootii Waan Maraa dhaqanee eebba Mootii Waan Maraa akka kadhatanuu fi