Zechariah 7:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gaafi tanale qaalolefi raagoota gaafatani: Nu waan Mana Waaqaa balleesanifi, aka nu ganna heddu jia shaneeso keesa taane, ufi agabsine bohu ya malle?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadoota mana woyyumma'aatii fi raattota, nu'u haga ammaa waan woggaa hedduuf goone ji'a shaneesso'oo keessa waan diiggama mana woyyu'uu sooma'aa; gadda'aa turruu?» jedha'aa akka gaafataniif ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Akkuma woggaa heddu'uuf godhaa turre, ji'a shaneesso'ootitti, diigama Galma Waaqaatiif laamaa, bowuulle qannaa ree?» jedhanee hayyoota Galma Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dadeetii fi raagota isaa, akka gaafatanuuf ergane.