Zechariah 7:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini nama lafatifi qaaloleeni jettu, Gaafa isani jia shaneesotiifi ka torbeeso ufi agabsitani ganna torbatama bootani, isani d'uguma naa jettani akasi taatani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii biyya maraatii fi gadootaa Isin wonti woggoota torbaatamaa ka lufe ji'a shaneesso'ootii fi ji'a torbeesso'oo keessa sooma'aa gadditaniif na kabajju'uufii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaa lafaa duudi'iitii fi hayyoota duudii, ‹Woggoota torbaatama dabarane keessa, ji'a shaneesso'ootii fi torbeesso'ootitti yennaa laamtanee, boottanelle dhuguma naaf laamtanee?