Zechariah 7:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle gaafa isani nyaattani d'uddani, ufumaafi nyaattani d'uddaniniti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin hennaa waa nyaattanii fi waa dhuddan ufuma calla'aafii mitii?» isaaniin jedhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa nyaattanuu fi untanu, ifumaafuu nyaataa unaa turtanee motii ree?