Zechariah 7:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini duri waan gumi tiyyaani jed'e, D'uga jabeesa, wolqarqaara, wolinaha,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ajanyi ani Rabbi Waandhi banii maraa kenne kana, Isin dhuga'aan murteessaa'a; maruu wolii araaramaa'a; garaa wolii laafaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, ‹Muraa dhuga'aa mura'a; woli woliif arjooma'a; wolille'eef marara'a.