Zechariah 8:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Guddaani na yaame waan naani jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi banii maraa akkana jedhee natti dubbate;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jechi Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dadee gara kiyya dhufee,