Zechariah 8:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni durati nami tokoleeni dandae nama yokhaani horile inkirrefatu, nami tokoleeni dandae fulla tokole inchochou. Wonti akanatiifi anini gaafasi nama wolti naqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa sanniiniin dura namoota gatii dadhabbii isaanii, hori'iifillee gatiin hin kennamu ture; isaan namoonni maruu ollaa ufiititti akka diinumma'aan ka'an waan godheef namni maruu hennaa baya'aa galan nagaya hin qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa saniin dura namaaf, horiille'eef gatiin dadhabbi'ii hin kaffalantuuyyu. Nami duudiin ollaa ifii irratti diinumma'aan akka ka'u ka'u waan godheef, eennulle bayiisaa fi galiisaaf nageya hin qabuuyyu.