Zechariah 8:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini ammatana nama hafe kana aka d'ibi tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma garuu worra banii kana irraa hafan akka durii san isaan irratti hin godhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo worra hafe akka durii hin godhu.