Zechariah 8:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri nagayaani mid'aani ufii fach'aafate, zabibuleeni mid'aani baafte, laftileeni mid'aani baafte, bokaya guddale argata. Anini eeba tana ch'ufa nama gosa tiyya ka hafeti kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan midhaan ufii nagayaan facaafatanii ka gaye wolitti qabatan; biqiltuuwwan isaaniillee hin daraaran; roobni gayaan waan roobuuf lafti midhaan gayaa kenniti; ani banii baqa irraa hafe eebba kana mara kennaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan nageyaan sanyii facaafatan; woyniin midhaan ifii hin buuchi; latti midhaan hin kenniti; gubbaan rooba kenna; ani waan kana mara worra hafe kanaaf hin kenna.