Zechariah 8:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Gaafa ababooti teesani na dallansifte, anini waan hamtu worra balleesa iti malad'e, herega kiyya suni garagalfachu dide guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kana ana Waaqa banii maraatitu dubbate; hennaa abboonni teessan ta durii na aarsan uduu garaa isinii hin laafne isin adabu'uuf murteesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yennaa abbootiin teessan ta durii na aarsite, marartii malee isin adabiisaaf murteeffadhe.