Zechariah 8:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo amma tana anini worra Yerusalemutiifi ka Yuda mala eebisufi harkaa qaba; tanaafi insodaatina!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani banii Yerusaalemiitii fi banii Yihuuda'aatii waan mishaa godhu'uuf waan murteesseef jabaadhaa'a; hin sodaatinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo kolbaa Yerusaalemiitii fi Yihuda'aa eebbisiisaaf murteeffadheera; hin sodaatina'a.