Zechariah 8:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woni isani tolchu maltani kana: D'uga wolti dubbad'a, fulla gaadisa qorsuma d'uga gula woi qora — d'uga ta nagayaani d'uftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti godhuu isin barbaachisu kana; isin dhugaa wolitti dubbadhaa'a; abboota murti'ii teessan afo'otti murtii dhuga'aa ka nagaya fidu murteessaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni isin godhuu qaddanu kana: dhugaa wolitti dubbadha'a. Addee kora mura'aa keessaniititti muraa dhugittii ta nageya fiddu mura'a.