Zechariah 8:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Guyyaani ind'ufa, ka nami dira heddu keesaa bahe Yerusalemu d'ufu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi banii maraa akkana jedha, «Hennaan banii biraatii fi namoonni qachoota hedduu keessa jiraatan gara Yerusaalemii hurrisan hin dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yennaan kolbaan hedduun qachaa hedduu keessaa gara Yerusaalemii dhuttu hin dhutti.