Zechariah 8:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dira toko keesa jiru waan worra dira d'ibitini jed'u, Koota, woliini yaane, AABBO Waaqa kad'anne eeba iraa fed'anna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri qachaa tokko keessa jiraatan gara qachaa biraa deemanii ‹koottaa'a!› Waaqa banii maraa arjummaa kadhannaa; nullee achi dhaquu hin oolluu!» isaaniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri qachaa tokko keessa le'u, gara worra qachaa dhibii keessa le'uu dhaqee, ‹Kowa'a! Ariifannee dhandhee Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara dande'u waaqonfannee, eebba isaa kadhanna, nuutille achi dhaqaarra› hin jedhan.