Zechariah 8:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama heddufi gochiti jabeenna qabdu Yerusalemuti d'ufte eeba iraa fed'atti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan Rabbi Gooftaan banii maraatii sagadu'uuf, eebba isa irraa argatu'uuf, kadhatu'uuf namoonni hedduu fi baniin gugurdaan gara Yerusaalemii dhufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa heddu'uu fi gosi biyya adda addaa jajjabi Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dade waaqonfatiisaa fi eebba isaa kadhatiisaaf gara Yerusaalemii hin dhufan.