Zechariah 8:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi nama kud'ani, ka gosa gosa, nama Yahudi tokoti d'ufe waan jed'uuni, Waan nu d'ageenne, Waaqi isani woliini jira, tanaafi isani woliini yau feena.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyoota sanniin keessa namoonni kudhanii ka biyya biraa gara nama Yihuudi'ii tokko dhiyaatanii qaccee handaara uffata isaa qabatanii ‹Akka Rabbi isin woliin jiru waan dhageenneef isin woliin deemna› jedhaniin» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san gosa biyya adda addaa ka afaan gara garaa dubbatanu keessaa, namooti kudhan handaara woyaa Yihudicha tokkoo qabatanee, ‹Waaqi isin woliin akka jiru waan dhageenneef isin woliin hin deenna› hin jedhan» jedha.