Zechariah 8:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woni kunini nama hafe waan intaane fakaatti, ammo naa intaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa kanniin keessatti worri banii irraa hafan wonti kun waan hin danda'amne yoo fakkaatellee amma wonti naaf dadhabamu hin jiraa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Guyyoota kanatti worra hafeef wonni kun ta hin dande'anne yoo fakkaattelle, wonni naaf hin dande'anne jirtii ree?