Zechariah 8:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini gumi tiyya ta boojiani lafa d'ibi geesani baase,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani banii kiyya biyya gara baya biiftu'uutii fi dhiya adu'uutitti baqatanii keessa jiraatan keessaa isaan oolcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani kolbaa tiyya harka worra karaa biyya aduun baatuutii fi aduun seentuu jiranu jalaa baasee,