Zechariah 8:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jabaad'a! Isani amma dubbuma raagooti duri, gaafa yayaba Mana kiyya kayani dubbatte, d'agayuu jirtani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri dubbii raattonni waan manni woyyummaa Rabbii akka deebi'ee ijaaramuuf bu'uurri buufame dhageettan hin sodaatinaa'a; jabaadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin worri yennaa Galmi Waaqaa deebi'ee ijaaramiisaaf hundeen keyamu, waan raagoti achi jirtu dubbatte dhage'iisatti jirtanu, Galma Waaqaa ijaariisaaf jabaadha'a.