Zechariah 9:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gumi ufii gubbati mullate, t'iya ufii aka angaasu billisa. AABBO Waaqi Guddaani magalata d'ae, bubbe bitaa d'uftu keesa deema.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi banii caalaa mudhata; buundheewwan isaa akka bakakka'aatitti darbaman; Rabbi Waandhi laagaa xurumba'aa dhageessisa; akka haboonbolattii kibbaa dhufuutitti lufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa kolbaa ifiitiin gubba'atti hin mudhata; daayi isaa akka balaqqeetti'ii hin utaala. Mootiin Waan Maraa Waaqi qoonqoo tultulla'aa hin dhageessisa; bubbee gara kibbaa keessa, itti hin ideema.