Zechariah 9:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja guyyaani suni d'ufu, AABBO Waaqi gumi ufii baasa, akuma tissituuni ree ufii bineensa duraa baaftu. Worri aka faaya worqi, ka sure hayyicha keesaa billiqu, lafa keesaa billiqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo guyyaan sun gaye akkuma tisseen hoolota balaa jalaa hambisu akkasuma Rabbi Waandhi isaanii banii ufii hin oolcha; akkuma meeshaan faayaa ka gulloo irra jiru ifuu, akkasuma isaanillee ardii Rabbii irratti hin ifan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafas Mootiin Waan Maraa Waaqi isaanii akka tisseen horii ifii waan hantuu irraa fayyisu kolbaa ifii hin fayyisa. Isaan akka dhakaa gatii guddo'oo ka kallacha irraa lafa isaa keessatti hin calalaqan.