Zechariah 9:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diri Ashkeloni waan kana arge sodaata, diri Gazaleeni arge iraa laalefata. Ekronileeni akasuma laalefate, abdiini isaa baddi. Gazaani hayyu ufii d'abe, Ashkelonileeni ona taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaan Asqaloona'aa kana argitee sodaatti; qachaan Gaaza'aallee kana argitee guddiftee raafamti; Eeqiroonillee akkasuma abdii kutattti; Gaazaan mootii ufii dhabdi; Asqaloonaan lafa onaa taatee hafti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Ashiqalonii tana dhaggee hin sodaata; worri Gaaza'aalle hin hollata. Worri Eqroonille addii hin kutata; worra Gaaza'aa keessaa mootiin hin dhabama; Qachaan Ashiqalonii hin ona.