Zechariah 9:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama gosa lama keesaa baheti dira Ashdodi keesa taa. AABBO Waaqi waan jed'u, Anini kiyyiba worra Filisti kana imballeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ashdoodiin keessa namni wolitti makamee jiraata; Rabbi akkana jedha, «Ani worra Filisxeemii ka uf jaju kanniin hin salphisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan makante qachaa Ashidoodii keessa hin leeti. Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara dande'u, «Ani koora Filisxeemotaa hin balleessa.