Zechariah 9:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lafa tiyya tisse, duula ke bahu d'owa. Anini nama gudda gumi tiyya dabsu iti illakisu; wonti akanatiifi anini aka gumi tiyya gaargalchani ya arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa ani naannaya biyya kiyyaa marsee eega; hunna loltoota waa marsanii keessa lufanii hin taatu; baniin kiyya hagam akka rakkate waan argeef ammaa achi worri isii rakkisu isii hin qabatan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani mana kiyya, saantota irraa hin eegadha. Ani ila tiyyaan isaan waan eeguuf, nami isaan miicu, haganaa achi deebi'ee isaan keessa hin bayu» jedha.