Zephaniah 1:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Guyya suni isani qonqo iyyanna Balbala Qurt'umi jed'aniti d'ageetani. Ammalle isani boha gama dira Yerusalemu hareesa keesati d'ageetani dibbeesa gara kubile d'ageetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Guyyaa san dallawa Yerusaalemii gara balbala qurxummi'ii jedhamee waamamuutiin laagaa iyyaatitu dhagayama; bayima itti bayan ka haarawaatiillee laagaa booyaatitu dhagayama; tulloota jiddu'uullee raafama gudda'atu dhagayama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Guyyaa sanitti, karra karra qurxummi'ii jedhantu duraa, iyyi, kutaa qacha'aa haareya keessaa, wiiccifati, kooba irraa qoonqoo waan caccabuu guddoo hin dhageettan.