Zephaniah 1:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja waan kana d'ageetani, isani ka gama dira dullacha keesa teetani, boha iyya, wonti akanatiifi bunnat'uuni ch'ufti hobaate, nami qarsiini bunaqu ch'ufti lafa ira bada!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri kutaa gadii ka qachattii keessa jiraattan maruu, daldaltoonni teessanii fi daldaltoonni birri'iin daldalan waan badaniif hennaa laagaa kana dhageettan ‹banne! banne!› jedha'aa booyaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worri addee dikko'oo keessa leetanu, daldaltooti teessan martinuu waan badaneef, worri meetii daldalanu martinuu waan du'aneef wiiccifadha'a!