Zephaniah 1:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi anini ifse fuud'e dira Yerusalemu soqe nama ufi d'aabate ufumaa tae kiyyibe, garaa ufii keesati Waaqi waan hamtufi toltu intolchu ufiini jed'u, ingaargalcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani guyyaa san ibsaa harkatti qabadhee Yerusaalemiin tooyadha; worra qanani'anii akka daadhiin woyini'ii qararee gagaan jalatti hafuu ta'anii fi Rabbi waan misha'aa fi hamaallee hin godhu jedhan hin adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Guyyaa sanitti ani issa'aan Yerusaalem hin barbaada; namoota isi'ii worra akka daadhii woyni'ii ta cumaa irratti hattee te'ane, worra, ‹Waaqi waan dansaa yookiin hantuulle hin huju› jedhee yaadu hin adaba.