Zephaniah 1:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hori worraa iraa saamani mana worrale ch'ufa balleesani. Worri haguma jiru mana jaarate kana keesa intau yokhaani oobru zabibu ta oobratani tana daad'i iraa ind'ugani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qabeenni isaanii hin saamama; manniin isaanii hin diiggama; hennaa san isaan mana ijaaratan; ammo keessa hin jiraatan; biqiltuu woyini'ii hin dhaaban, ammo daadhii woyini'ii hin dhugan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karri isaanii hin saamama; manni isaanii hin diigama; mana hin ijaarratan; ammoo keessa hin le'anu; muka woyni'ii hin dhaabbatan; ammoo daadhii muka woynii sanii hin unanu» jedha.