Zephaniah 1:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani jabaani AABBO Waaqaa ya d'iaate — arifate d'ufu jira! Guyyaani sunini guyya laalala taha, askartiini jannileeni guyya suni ufi jibbaatte iyiti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan Rabbii guddaan dhiyaateera; ariifatee dhufa'aaralle'e; guyyaan sun guddisee nama sodaachisa; laagaan guyyaa san dhagayamu hama'a; ka lolu laagaa gudda'aan iyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan Mootii Waan Maraa guddaan dhikaateera; ariifatee dhufaara; guyyaan sun guddoo ka sodaachisu; guyyaa Mootii Waan Maraa sanitti loltooti jajjabootinuu sodaatanee, iyya jadduu iyyan.