Zephaniah 1:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani sunini ka dallansu, ka gaargalafi d'ipu, ka balleesafi badi, ka dukanaafi bolgoda, ka dumansaafi huri,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan sun guyyaa lolaa, ka rakkinnaa, ka hucuucamu'uu, ka badi'ii, ka diigga'aa, ka dukkanaa, ka hurri'ii, ka duumessaatii fi guyyaa dukkana jaama'aa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan sun guyyaa mufi'ii, guyyaa gargalaatii fi farriisaa, guyyaa diigamaatii fi badi'ii, guyyaa dimimmisaatii fi dukkanaa, guyyaa duumensaatii fi dukkana dimmaa ti;