Zephaniah 1:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
guyya magalata lolaa d'aani askartiini dira jajabaafi doofi d'ed'eertu iyyite haatu taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan san qachoota dhokatanii fi dallawa dhaga'aa dhedheeraa irratti laagaa xurumbaa lolaatii fi laagaa nama seeraniintu dhagayama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
guyyaa san qachoota kushee dhaka'aa qabanuu fi xelleephoo dhaka'aa dhedheertuu irratti qoonqoon tultulla'aatii fi iyya lolaa hin dhage'ama.