Zephaniah 1:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini gaargala namatiini d'ufa, aka nami ch'ufti balla tahe jaanjuru. Waan worri nati ch'ubbamefi, d'iiga worraa aka bisaani lafati jissani, reefa worrale aka d'oqe lafati d'opani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Isaan cubbuu hojjatanii waan na yakkaniif akka jaama'aatitti haga bararraaqanitti namoota irratti rakkoo guddaa fida; dhiinni isaanii akkuma bisaaniititti jiga; reeffa isaanii akka fisha'aatitti hulema arganitti gatan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ani namoota irratti gaargala hin fida, isaan ana Mootii Waan Maraa waan yakkaneef, akka namoota balla'aa hin deeman; dhiigi isaanii akka buku'uu hin lola'a; reeffi isaanii akka kosi'ii hin gatama» jedha.