Zephaniah 1:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya AABBO Waaqi dallanu, qarsifi worqiini worraleeni dandeete worra imbaaftu. Lafti ch'ufti dallansu isaatiini gubati. Inni nama lafa keesa jiru ch'ufa yoosu maro tokotu hobaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa Rabbi dheekkamsa ufii mudhisu namoota meetiinii fi worqiin isaanii isaan oolchuu hin danda'u; hinaaffaa isaa ka akka ibiddaatiin lafti maruu hin baddi; sababaan wonti kun maruu ta'uuf namoonni adunyaa irra jiran maruu waan dimmaa dhumaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa mufii Mootii Waan Maraa sanitti meetiin isaanii yookiin worqiin isaanii isaan fayyisuu hin dande'anu; biyyi lafaa duudiin ibidda aarii isaatiin hin baddi; inni worra lafa irra le'anu mara dedhuma hin fixa.