Zephaniah 1:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Anini waan lafa gubba jira ch'ufa lafa ira balleesa —
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Ani waan maraa sirima lafa irraa balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ani waan mara lafa irraa haxowee hin balleessa;