Zephaniah 1:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
namafi bineensafi simpirrefi qurt'umile. Anini worra ch'ubbu gaargalche badi itiini d'ufa. Ammalle nama ch'ufa balleesa, tokoleeni ka hafu injiru. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama busaawaa, simbirran sami'iitii fi qurxummiiwwan galaanaallee hin balleessa; worra hammeeyyii gara gaggalcha; fiixaa namaa lafa irraa balleessa; ka waan kana dubbate ana Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
namaa fi horii, allaatotaa fi qurxummiille haxowee hin balleessa; worra hamoolee garagaggalchee, sanyii namaa lafa irraa hin balleessa.