Zephaniah 1:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama Yerusalemu keesa taufi ka Yudale ch'ufa nyaapa iti tahe waan waaqa Baali jed'ani ka hafe ch'ufa balleese, maqa qaalole worra ta d'ara sunile deebiani inqaabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani banii Yerusaalemiitii fi banii Yihuuda'aa maraa hin adaba; hulee sanii waan caccabee harca'e ka waandhi tolfamaan Ba'aal jedhamu itti waaqeffamuu fi yaadannoo gadootaa ka waaqa tolfama'aa hin balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani kolbaa Yerusaalemiitii fi Yihuda'aa mara hin adaba. Baraaree worra Ba'aal waaqonfatuutii fi maqaa hayyoota isa tajaajiltuu achii hin balleessa.