Zephaniah 1:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ammalle nama mana ufii kore adufi jiafi urji kad'atu imballeesa. Ammalle nama na durati maqa kiyyaani gajed'e kakhate ammo eegi suni garagale maqa waaqa Milkomu jed'aniini kakhatule balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra ginno irra bayanii adu'uu, ji'aa fi urjiiwwanii sagadan hin balleessa; ani worra na waaqeffata'aa maqaa kiyyaan kakata'aa deebi'anii maqaa waaqa tolfamaa Milkoom jedhamuun kakatan hin balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra heellichoo manaa gubbaa bayee aduu, ji'aa fi urji'iif sagadu hin balleessa. Worra na waaqonfataa maqaa kiyyaan kakataa, achiin duuba ammoo maqaa waaqa dharaa Miilkomiitiin kakatulle hin balleessa.