Zephaniah 1:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle anini worra garagale na gula yau dide, ka nati d'ufe qarqaarsa naraa imfed'anne, imballeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra na irraa fagaatan, worra na faana deemuu dhiisanii fi worra gara kiyya dhufanii akka ani isaan masakkuuf na gaafatuu didan hin balleessa» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra ana Waaqa hordofuu didee duubatti deebi'e, worra na hin barbaadanne yookiin akka isaan sooressu worra na hin gaafanne hin balleessa» jedhe.