Zephaniah 1:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani AABBO Waaqaa yad'iaate, guyyaani inni wo tolchu; duuba isa durati indubbatiina, ch'allisa. AABBO Waaqi kurfefachuu jira, aka gumi isaa aka aka sorio qaqalu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan murtii Rabbii waan dhiyaateef Rabbiin afo'otti cadhisaa'a; Rabbi banii ufii akka horii ciinca'aaf qalamuu dabarsee isaan kennu'uuf qophaaya'aara; inni diintota Yihuudaa saaman addaan baasee qopheesseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan Goottaa Mootii Waan Maraa waan dhikaateef, Mootii Waan Maraa duratti cadhisa'a! Mootiin Waan Maraa kolbaa ifii akka horii ciinca'aaf qalamuu dabarsee kenniisaaf qopheesseera; inni diina kolbaa Yihuda'aa saamu adda baasee qopheesseera.