Zephaniah 1:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Guyya sorio suni anini hojattufi ilmaani hayyutiifi worra gaad'a gochiti d'ibiini keeyattu naqatu ingaargalcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Guyyaa ani banii kiyya dabarsee kennu worra jajjaba'aa fi worra baallii qaban akkasuma worra aadaa ormaa hordofan maraa hin adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Guyyaa ciinca'aa sanitti ani Mootiin Waan Maraa qondaaltotaa fi ilmaan mootichaatii fi worra waaqota orma waaqonfatu maraayyuu hin adaba.