Zephaniah 1:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle anini nama aka nama Waaqa d'uga imbeenne kad'atu, ka wo hate nama ijeese mana abba isaa waan saamateeni guutu, ingaargalcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoota guyyaa san seera waaqeffanna'aa ka worra Yihuudotaa hin taaneetiin mana woyyumma'aa keessatti utaala'aa waaqeffatanii fi worra mana gooftaa isaanii meeshaa dharaa fi sobaan argameen guutan hin adaba.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san worra gulantaa balbalaa irra utaalu mara, mana goottolee ifii meyaan guutiisaaf, worra wo hatuu fi nama ijjeesu mara, guyyaa sanitti ani hin adaba» jedha.