Zephaniah 2:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi worra sodaachiise, waaqoota worrale waan woma keesa injirre tolcha. Duuba gochiti ch'ufti lafa ufi keesati isa durati gajette kad'ati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqolee tolfamaa sobaa ka biyya isaanii keessa jiran waan balleesseef Rabbi isaan biratti hin sodaatama; mootonni daangaa galaanaatii fi lafa bisaaniin marfamte keessa jiraatan maruu hulema jiranitti isaa sagadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa waaqota dharaa ka lafa isaanii mara yennaa balleessu, isaan biratti ka sodaatame hin te'a; gosi biyya adda addaa ta cinaa abbaaya'aatii fi oddoolotaa marti tokko tokkoonuu addee jiranutti isaaf hin sagadan.