Zephaniah 2:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fullaani sunini horifi bineensa gosa ch'ufati iti gala. Urunguni maneeni onte suni gubbati galte qaa isaa keesaa booti. Haranqesileeni balbala ira kaakisa. Mukha hind'eesa ka jaaraniinile ch'ufa iraa baasani balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bineensonni hedduu isii keessa jiraatan; urunguuwwan gara garaa ginnoo isi'ii irra jiraatan; foddaa maraa keessaanuu hin iyyan; lafti muka Libaanosiitiin hojjatame waan wol gad dhiisuuf hulee irra dhaabatan irratti bala'atu dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hori'ii fi bineensoti adda addaa achi hin ciisan; urungu'uu fi harraaqessi utubaa isi'ii irra hin bulan; qoonqoon isaaniille karaa foddaa manaatiin hin dhage'ama; karaa balbalaatiin kosiin hin tuulama. Utubaan dareeraa ka hindheensaa duwwaa hin hafa.