Zephaniah 2:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni dira Gaza keesati inhafu, diri Ashkelonileeni ona taha. Worra Ashdodile guyya guddaani dira keesaa gussani, worra Ekronile dira isaani keesaa gussani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaazaa keessaa bayanii ta namni keessa hin jiraanne taati; Asqaloonaanillee ona taati; worri Ashdoodiin keessa jiraatan guyyaa mana jireennaa ufii keessaa ari'aman, namoonni Aqaarooniillee qachattii keessaa buqqa'anii bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaan Gaaza'aatii fi Ashiqalonii duwwaa hin te'an; kolbaan Ashidoodii orra'aan oofamanee hin bayan, kolbaan Eqroonille qachaa ifii keessaa hin oofaman.