Zephaniah 2:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala keesani, gosa Kerethi, ta afaani baariini teetu. AABBO Waaqi ya wollaala isaniti mure, isani worra Filisti. Inni isani balleesa, isani tokoleeni inhaftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri Karitaawotaa ka galaana qaccee jiraattan jechuun worra Filisxeemii isin hobbaasi! murtiin Rabbii isinitti dhiyaateera; Kana'aanii biyya Fisxeemii taate si hobbaasi! namni tokkollee akka si keessa hin jiraanne taasisee si balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee, worra abbaayaa qarqaraa gosa Keretii isiniif aanne'e! Ee, Kana'aanii lafa Filisxeemotaa, «Ani isin hin balleessa; nami tokkolle hin hafu» ka jedhu, jechi Mootii Waan Maraa isin irratti dubbatameera.