Zephaniah 2:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yuda ka hafe d'ufe lafa teesani fud'ate, ree ufii achiti tiffate mana dira Ashkeloni keesa rafa. Wonti akanatiifi AABBO Waaqi isaani akuma duri kaani horsisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi isaanii waan isaan kunuunsuu fi qabeenna isaaniillee waan isaanii deebisuuf akka horii ufii itti bobbaafatan lafti qarqara galaanaa jirtu ristii worra banii Yihuuda'aa irraa hafanii taati; hennaa isaanitti dhiye manniin Asqaloona'aa keessa bulan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Yihuda'aa baraareen hatte lafa abbaayaa qarqaraa teeti san hin qabatan. Horiin isaanii achi hin dheedan; tissitooti halkan mana worra Ashiqalonii keessa hin bulan. Mootiin Waan Maraa Waaqi isaanii isaaniif hin yaadata; worra isaan duraa booji'amelle isaaniif hin deebisa.