Zephaniah 2:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Anini worra Moabutiifi ka Amoni, ka gumi tiyya arabse goyeese, Lafa teesani fud'anna jed'u, ya d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan banii maraa akkana jedha, «Ani balda banii Moo'aabii ka banii kiyya irra gayee fi arraba banii Moo'aabii ka banii kiyya irra gaye dhagayeera; isaan attamitti akka isaanitti baldanii fi attamitti akka ristii isaanii fudhatu'uuf dhaadatan beekeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara dade, «Ani murgoo worra Mo'aabii, arraba worra Amooniille ka isaan kolbaa tiyya arrassanee, lafa isaanii qabatiisaaf itti kooranelle dhage'eera.