Zephaniah 3:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa Kushi ta ind'iaannele keesa gumiini tiyya ta achi jirtu woini na d'ufti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kiyya ka baqatanii faca'aniiran na waaqeffatu'uuf laggiin Itoophiya'aa gamaa kennaa qabatanii naa dhufaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tiyya worri bittinnowe, na waaqonfatiisaaf, lagoota Itoophiya'aa gamaa, kennansa naaf hin fidan.